Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

WBO zoonii kibbaa Cibraan Soddom Booroo godina Boorana Baha aanaa Gumii Eeldalloo  keessatti diina adabuun meeshaa irraa hiike

ONM-ABO Amajjii 3, 2024

Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn kaleessa Amajjii 2 tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti godina Boorana Bahaa aanaa Gumii Eeldalloo ganda Boobaa iddo addaa Waaba Xoree yookiin Dhaddachaa Eebbee  jedhamutti humna  PP kan oraalii tokkoon sochootu  haxxee ittii hidhuun guutuma guutuutti barbadeessee jira.

WBOn Cibraa Soddom Booroo tarkaanfii kana fudhate kun humna diinaa irraa:-
Qawwee AKM 21, PKM 1, Isnaayippeera 1 fi Boonbii harkaa 10 olii  irraa booji’un  moonaa qabsoof galii yoo taasisu oraalii ishees irraa dhuunfatee jira.

Tarkaanfiin itti fufa!

Injifannoon Uummata Oromoof!

Exit mobile version