ONM-ABO Guraandhala 7, 2024
Hamaas hidhamtoota jijjiiruuf, namoota Israa’el waraanaan ala ta’an tokko tokko gadhiisuuf akkasumas gargaarsi Gaazaatti akka darbuuf guyyoota 45f dhukaasa dhaabuuf yaada dhiheessuu Roobii har’aa Rooyitars gabaaseera.
Yaadni dhihaate kun sadarkaa lammaffaa dhiironni Israa’el booji’aman hidhamtoota Falasxiin lakkoofsa murtaa’e jijjiiruun gadhiifamuu fi humnoonni Israa’el guutummaatti Gaazaa keessaa akka ba’anis kan hammate ture.
Yaadni dhihaate kun kan dhufe Kaataar yaada kanaan dura torban darbe Hamaasiif darbe kan namoota booji’amtoota Gaazaatti qabaman gadhiisuu kan of keessaa qabu gidduu seenuuf gargaartee yeroo muraasa booda yoo ta’u, deebiin kun Doohaan “abdii” akka qabaattu taasiseera jedheera.
Ministirri haajaa alaa Ameerikaa Antony Blinken daawwannaa Baha Giddu Galeessaa irratti taasisaniin, Waashingitan deebii Hamas gamaaggamaa akka jirtu ibsuun, Kibxata yeroo biyyattii daawwatan qondaaltota Israa’el waliin akka mari’atan dubbataniiru.
“Hanga ammaatti hojiin hojjetamuu qabu baay’een jira, garuu waliigaltee uumuun ni danda’ama, dhugumatti barbaachisaa ta’uu isaa amanuu itti fufna,” jechuun Ministira Muummee fi Ministira Dhimma Alaa Qaxar Sheek Mohaammad bin Abdulrahmaan Al Thani waliin Dohaatti ibsa gaazexeessitootaaf kennaniin dubbataniiru.
H
Hamaas yaada dhukaasa dhaabuu dhiheesseen hidhamtoota, booji’amtoota jijjiiruu fi humnootni Israa’el akka ba’an gaafate.
ONM-ABO Guraandhala 7,2024 Hamaas hidhamtoota jijjiiruuf, namoota Israa’el waraanaan ala ta’an tokko tokko gadhiisuuf akkasumas gargaarsi Gaazaatti akka darbuuf guyyoota 45f dhukaasa dhaabuuf yaada dhiheessuu Roobii har’aa Rooyitars gabaaseera.

“

Hamaas yaada dhukaasa dhaabuu kanaaf deebii kunnuun ibsa erga baaseen booda, Sheek Mohaammad “deebii gaarii” ta’uu ibsuun, garuu kana irratti ibsa dabalataa kennuu didan.
Waliigalteen yaadame kun torban tokkoo oliin dura hoggantoonni basaasaa Ameerikaa fi Israa’el walgahii Masrii fi Qaxar waliin taasisaniin kan qophaa’e yoo ta’u, lola yeroo dheeraaf dhaabuuf jecha booji’amtoota hafan hidhattoonni Gaazaa keessatti qabaman akka gadhiifaman taasisa.
Hamaas kanaan dura walii galteen kamiyyuu waraana kanaaf xumura murtaa’aa fiduu qaba jedhee ture. Israa’el hanga Hamaas diigamutti waraana kana dhaabbataadhaan akka hin dhaabne dubbatteetti.
Maddeen marii kanaaf dhihoo ta’an akka jedhanitti, waraanni kun yoo xiqqaate guyyoota 40 kan turu yoo ta’u, yeroo kana hidhattoonni namoota nagaa booji’amtoota hafan keessaa bilisa ni baasu. Marsaan dabalataa itti aanee, loltootaa fi reeffa namoota booji’amanii dabarsanii kennuu, Falasxiinota Israa’el keessatti hidhaman gadhiisuu ta’a.
Hanga ammaatti, Sadaasa keessa, jalqaba irratti guyyoota afur qofaaf waliigaltee irra ga’amee torban tokkoof dheerateera. Yeroo sanatti Hamaas hidhamtoota Falasxiinota 240 mana hidhaa Israa’el keessa jiran jijjiiruuf namoota booji’aman 110 gadhiisee ture.
Sa’udiin gama isheetiin Falasxiinonni mootummaa walaba yoo qabaatan malee hariiroon dippilomaasii Mootummaa fi Israa’el gidduutti hin jiraatu jetteetti.
Ibsi ministeera haajaa alaa baaseen, Riyaad lammiileen Falasxiin mirga seera qabeessa isaanii akka argataniif cimtee jirti jedheera.

“Mootummaan kun daangaa bara 1967 Baha Yerusaalem magaalaa guddoo ishee ta’ee jiru irratti mootummaan walaba ta’e hanga ijaaramutti Israa’el waliin hariiroon dippilomaasii akka hin jirre ejjennoo cimaa qabu bulchiinsa Ameerikaaf beeksiseera,” jedha ibsichi.
Israa’el haleellaa waraanaa ishee Gaazaa keessatti kan jalqabde erga hidhattoonni Hamaas Gaazaa bulchan irraa dhufan Onkoloolessa 7 kibba Israa’el keessatti namoota 1,200 ajjeesanii fi namoota 253 booji’amanii booda.
Ministeerri Fayyaa Gaazaa akka jedhetti, duula waraanaa Israa’el keessatti yoo xiqqaate lammiileen Falasxiin 27,585 ajjeefamuu isaanii kan mirkaneesse yoo ta’u, kumaatamaan lakkaa’aman ammoo caccabaa jalatti awwaalaman jedhamee sodaatama jechuun gabaasni Rooyitersii fi Arab News ni addeessa.
Mootummaan kun daangaa bara 1967 Baha Yerusaalem magaalaa guddoo ishee ta’ee jiru irratti mootummaan walaba ta’e hanga ijaaramutti Israa’el waliin hariiroon dippilomaasii akka hin jirre ejjennoo cimaa qabu bulchiinsa Ameerikaaf beeksiseera,” jedha ibsichi.
Israa’el haleellaa waraanaa ishee Gaazaa keessatti kan jalqabde erga hidhattoonni Hamaas Gaazaa bulchan irraa dhufan Onkoloolessa 7 kibba Israa’el keessatti namoota 1,200 ajjeesanii fi namoota 253 booji’amanii booda.
Ministeerri Fayyaa Gaazaa akka jedhetti, duula waraanaa Israa’el keessatti yoo xiqqaate lammiileen Falasxiin 27,585 ajjeefamuu isaanii kan mirkaneesse yoo ta’u, kumaatamaan lakkaa’aman ammoo caccabaa jalatti awwaalaman jedhamee sodaatama jechuun gabaasni Rooyitersii fi Arab News ni addeessa.
Hanga ammaatti hojiin hojjetamuu qabu baay’een jira, garuu waliigaltee uumuun ni danda’ama, dhugumatti barbaachisaa ta’uu isaa amanuu itti fufna,” jechuun Ministira Muummee fi Ministira Dhimma Alaa Qaxar Sheek Mohaammad bin Abdulrahmaan Al Thani waliin Dohaatti ibsa gaazexeessitootaaf kennaniin dubbataniiru.
Hamaas yaada dhukaasa dhaabuu kanaaf deebii kunnuun ibsa erga baaseen booda, Sheek Mohaammad “deebii gaarii” ta’uu ibsuun, garuu kana irratti ibsa dabalataa kennuu didan.
Waliigalteen yaadame kun torban tokkoo oliin dura hoggantoonni basaasaa Ameerikaa fi Israa’el walgahii Masrii fi Qaxar waliin taasisaniin kan qophaa’e yoo ta’u, lola yeroo dheeraaf dhaabuuf jecha booji’amtoota hafan hidhattoonni Gaazaa keessatti qabaman akka gadhiifaman taasisa.
Hamaas kanaan dura walii galteen kamiyyuu waraana kanaaf xumura murtaa’aa fiduu qaba jedhee ture. Israa’el hanga Hamaas diigamutti waraana kana dhaabbataadhaan akka hin dhaabne dubbatteetti.
Maddeen marii kanaaf dhihoo ta’an akka jedhanitti, waraanni kun yoo xiqqaate guyyoota 40 kan turu yoo ta’u, yeroo kana hidhattoonni namoota nagaa booji’amtoota hafan keessaa bilisa ni baasu. Marsaan dabalataa itti aanee, loltootaa fi reeffa namoota booji’amanii dabarsanii kennuu, Falasxiinota Israa’el keessatti hidhaman gadhiisuu ta’a.
Hanga ammaatti, Sadaasa keessa, jalqaba irratti guyyoota afur qofaaf waliigaltee irra ga’amee torban tokkoof dheerateera. Yeroo sanatti Hamaas hidhamtoota Falasxiinota 240 mana hidhaa Israa’el keessa jiran jijjiiruuf namoota booji’aman 110 gadhiisee ture.
Sa’udiin gama isheetiin Falasxiinonni mootummaa walaba yoo qabaatan malee hariiroon dippilomaasii Mootummaa fi Israa’el gidduutti hin jiraatu jetteetti.
Ibsi ministeera haajaa alaa baaseen, Riyaad lammiileen Falasxiin mirga seera qabeessa isaanii akka argataniif cimtee jirti jedheera.
“Mootummaan kun daangaa bara 1967 Baha Yerusaalem magaalaa guddoo ishee ta’ee jiru irratti mootummaan walaba ta’e hanga ijaaramutti Israa’el waliin hariiroon dippilomaasii akka hin jirre ejjennoo cimaa qabu bulchiinsa Ameerikaaf beeksiseera,” jedha ibsichi.
Israa’el haleellaa waraanaa ishee Gaazaa keessatti kan jalqabde erga hidhattoonni Hamaas Gaazaa bulchan irraa dhufan Onkoloolessa 7 kibba Israa’el keessatti namoota 1,200 ajjeesanii fi namoota 253 booji’amanii booda.
Ministeerri Fayyaa Gaazaa akka jedhetti, duula waraanaa Israa’el keessatti yoo xiqqaate lammiileen Falasxiin 27,585 ajjeefamuu isaanii kan mirkaneesse yoo ta’u, kumaatamaan lakkaa’aman ammoo caccabaa jalatti awwaalaman jedhamee sodaatama jechuun gabaasni Rooyitersii fi Arab News ni addeessa.
amaas yaada dhukaasa dhaabuu kanaaf deebii kunnuun ibsa erga baaseen booda, Sheek Mohaammad “deebii gaarii” ta’uu ibsuun, garuu kana irratti ibsa dabalataa kennuu didan.