ONM-ABO Bitootessa 30, 2024
Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn godina Arsii bahaa aanaa Martii ganda Wataroo Diinoo iddoo addaa Dhabama jedhamutti diina du’aa fi madoon adabe.
Kaleessa Bitootessa 29, 2024 korommiin ilmaan sabaa WBOn Cibraa Hambaa aanolee diina maqaa sakattaa WBOn bobbaatee, uumaata nagaa jalaa loowwan qalaa, manneen irraa gubaa fi qabeenya irraa saamaa turte irratti tarkaanfii haxxeen fudhateen 10 ajjeesee 22 madoon adabuun sochii ishee gufaachiisee jira.
Tarkaanfii WBOn fudhatu jabaatee itti fufa!
Injifannoon Uummata Oromoof!

