DuulaGumaaDhiigaaDhiigaanDeebisuu
ONM-ABO Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti kaleessa godina Qellem Wallaggaa aanaa Sayyoo ganda Abbaa Jaarraa keessatti tarkaanfii boombiin konkolaataa diinni ittiin socho’aa turte irratti fudhateen loltoota 6 ajjeesuun madoo ulfaataa 6 fi salphaa 2 taasiseera.
Injifannoon Uummata Oromoof!

