Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

WBOn Baha Wallaggaa aanaa Saasiggaa fi Guutoo Giddaatti diina du’aa fi madoon adabaa jira

ONM-ABO Caamsaa 29, 2024

Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBO’n Bobbaa Irbuu Shinniggaan ganama kana Caamsaa 29 Baha Wallaggaa aanaa Saasiggaa bulchiinsa magaalaa Jimaatee fi aanaa Guutoo Giddaa ganda Adaamii jedhamu keessatti tarkaanfii guggubduu humna weerartuu PP irratti fudhachuun harcaasaa jira.

Tarkaanfii WBO’n fudhatu hanga bilisummaa fi walabummaatti itti fufa❗️

Injifannoon Uummata Oromoof ❗️

Exit mobile version