Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Ammee: WBO’n Zoonii Lixaa Godina Baha Wallaggaa aanaa Saasiggaa fi Bulchiinsa magaalaa Jimaatee

ONM-ABO Fulbaana 29, 2024

WBO’n Zoonii Lixaa Godina Baha Wallaggaa aanaa Saasiggaa fi Bulchiinsa magaalaa Jimaatee keessatti waraana maafiyaa PP adabaa jira.

Guutuu isaa akkaataa nu qaqqabeen isin biraan geenya.

Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Exit mobile version