Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

WBOn godina Lixa Harargee aanaa Gumbii Bordoddee keessatti diina du’aa fi madoon adabuu beeksise

ONM-ABO Waxabajjii 17, 2024

Godina Lixa Harargee aanaa Gumbii Bordoddee araddaa Cana Laga Hullootti gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Bahaa humna diinaa riphee lolaa fi humna addaa ofiin jettu irratti guyyaa har’aa Waxabajjii 17 tarkaanfii fudhateen 4 ajjeesee hedduu madeessuun diina sakattaa jettee yaatu bittinneessee araddaa tokko guutuu keessaa buqqaasee gara magaalaa Gololchaatti baqachiisee jira.

Bobbaan_Irbuu_Shinniggaa itti fufa ❗️

Injifannoon Uummata Oromoof ❗️

Exit mobile version