Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

WBOn Lixa Harargee aanaa Gumbii Bordoddeetti diina du’aa fi madoon adabe

ONM-ABO Adoolessa 19, 2024

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Godina Lixa Harargee aanaa Gumbii Bordoddee araddaa Saamaa keessatti kaleessa Adoolessa 18 tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti fudhateen shan ajjeesee sagal madeessuun tokko harkaan qabee jira.

Tarkaanfii kanaanis tiksitoota impaayerattii irraa kilaasha afurii fi hidhannoo afur irraa hiikkachuun dantaa qabsoo bilisummaa Oromoof galii taasisee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Exit mobile version