ONM-ABO Adoolessa 19, 2024
Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Godina Lixa Harargee aanaa Gumbii Bordoddee araddaa Saamaa keessatti kaleessa Adoolessa 18 tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti fudhateen shan ajjeesee sagal madeessuun tokko harkaan qabee jira.
Tarkaanfii kanaanis tiksitoota impaayerattii irraa kilaasha afurii fi hidhannoo afur irraa hiikkachuun dantaa qabsoo bilisummaa Oromoof galii taasisee jira.
Injifannoon Uummata Oromoof ❗





