ONM-ABO Adoleessaa 10, 2024
Baattotni imaanaa Goototaa WBOn Zoonii Kibba Bahaa Cibraan Hambaa Aanolee waraana faashistii PP akkuma bartee ishee uummata nagaa badii tokko malee weerara irratti banuun hiraarsaa turte tarkaanfii laalessaa irratti fudhatee jira.
Tarkaanfii guyyaa har’aa Adoolessa 10 Risaan Gaara Cilaaloo aanaa Jajuu iddoo addaa Hanqaliisa jedhamtu keessatti fudhateen diina hedduu ajjeesuun garii ishee immoo madeessee gara irraa dhufte magaalaa aanichaa Arbooyyee jedhamutti galchee jira!
Injifannoon Uummata Oromoof ❗

