ONM-ABO Hagayya 15, 2024
Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo WBOn Cibraa Jaal Nadhii Gammadaa Itti Fufiinsa Bobbaa Irbuu Shinniggaan tarkaanfii laalessaa fudhateen Baha Shaggar aanaa Adaamii Tulluu Jiddoo Kombolchaa magaalaa Hoo’ituu keessatti galgala kana diina mooraa ishee keessatti itti marsuun haleelaa jira.
Guutuu gabaasa isaa walitti deebina.
Injifannoon Uummata Oromoof ❗

