ONM-ABO Fulbaana 14, 2024
Irree fi gaachanni sabaa gootichi waraana Bilisummaa Oromoo cibraa Jaal Nadhii Gammadaa diina maqaa sakatta WBO jedhuun bobbaatee uummata nagaa hiraarsaa jirtu itti marsuun du’aa fi madoon adabe jira.
Haaluma kanaan kaleessa Fulbaana 13, 2024 jajjabeen WBO aanaa Gadab-Hasaasaa ganda Fiicoo-Kaakkaa jedhamu keessatti diina uummata hiraarsaa turtu rasaasan waadee baarudaan macceessuun loltoota 13 ajjeesee 9 madoon adabuun baqachiisee of booda deebisee jira.
Injifannoon uummata oromoof !

