ONM-ABO Sadaasa 25, 2024
Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn Zoonii Bahaa Cibraan Gaara Mul’ataa godina Lixa Harargee aanaa Mi’eessoo araddaa Burraasaa Tuqaa keessatti har’a Sadaasa 25 waaree booda sa’a 7:00 irraa kaasee tarkaanfii waraana faashistii PP irratti fudhateen injifannoo boonsaa galmeessee jira.
Tarkaanfii gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo fudhate kanaan waraana maafiyaa PP irraa 7 battalatti yoo duutu 9 madooftee jirti.
Injifannoon Uummata Oromoof ❗

