DuulaCichoominaKaayyyoo
Waraanni Bilisummaa Oromoo Lixa Wallaggaa aanaa Gullisoo ganda Maaruu bakka addaa Laga Mannii jedhantutti waraana faashistii PP humma dabalataa dhufte haleelee dirree keessa ari’aa jira.
Hanga ammaatti loltoota Abiy Ahimed irraa qawwee AKM 12 irraa hiikee jira. Lolli itti fufee jira.
Walitti deebina.
Injifannoon Uummata Oromoof ❗

