Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Gujii Lixaa Aanaa Surroo Barguddaa ganda Surroo Baadiyaa iddoo addaa Maaliqa jedhamtutti Duula Cichoomina Kaayyoo milkeessee

DuulaCichoominaKaayyoo

ONM-ABO Muddee 25, 2024

Gujii Lixaa Aanaa Surroo Barguddaa ganda Surroo Baadiyaa iddoo addaa Maaliqa jedhamtutti Duula Cichoomina Kaayyoo milkeessuuf har’a Muddee 25 sa’atii 7:00 tti gootichi WBO Zoonii Kibbaa tarkaanfii fudhachuun hedduu du’aa fi madoon adabuun kan hafte gara magaalaa aanaatti baqattee jirti.

Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Exit mobile version