Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

WBOn Gujii Lixaa Aanaa Dugda Daawwaa Keessatti Loltoota PP Adabe

ONM-ABO Ebla 26,2025

Irree fi gaachana uummata Oromoo kan ta’e WBOn Zoonii Kibbaa godina Gujii Lixaa aanaa Dugda Daawwaa ganda Biyyoo Qundhiitti tarkaanfii laaleessaa waraana faashistii Abiy Ahimed irratti kaleessa Ebla 25 fudhateen loltoota 36 yommuu irraa ajjeesuu 27 madoon adabeera.

Gama meeshaatiin qawwe AKM 4 irraa hiikuun gali qabsoo bilisummaa Oromoof oolcheera jira.

Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Exit mobile version