Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Godina Buunnoo Beddelee Aanaa Dambiitti ergamtoonni fi loltoonni murna Bilxiginnaa jiraattota nagaa saamuu cimsanii itti fufan

ONM-ABO Caamsaa 10, 2025 

Impaayera Itiyoophiyaa jiguuf raafamaa jirtu deebisanii suphuuf jecha waraanni faashistii PP godina Buunnoo Beddellee aanaa Dambii ganda Burqaa Jaalalaa keessatti Caamsaa 7, 2025 maqaa eebba waajjira ganda jedhu wabeeffachuun dirqamaan nama tokko irraa qarshii 4,500 saamaa akka turan beekameera.

Akka jiraataan gandichaa tokko kan ONM dubbise jedhutti ” gantoonni garaa isaanii guuttachuu qofaaf jecha hawaasa keessatti dhalatanii guddatan harka qaleeyyii ofiifuu sababa qala’insa jireenyaatiin rakkoo guddaa keessatti kufee jiru osoo beekanii umurii barcuma aangoo koloneel Abiy Ahimed itti fufsiisuuf jecha waraana sirnichaatti dhimma ba’uun namoota uummata kana saamanii saamsisaa turan keessaa kanneen maqaan isaanii nu qaqqabe:

Exit mobile version