ONM-ABO Waxabajjii 17,2025
Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn zoonii Harsadee Waxabajjii 16, 2025 godina Baha Shaggar ganda Warra Jaarsaa keessatti tarkaanfii laaleessaa gooleesitoota waraana koloneel Abiy Ahimed irratti fudhuchuun du’aa fi madoon adabuun injifannoo gonfateera.
Tarkaanfii fudhatame kanaan loltoota diinaa irraa 15 ajjeessuun 8 ammoo madoo cimaan adabeera.
Injifannoon Uummata Oromoof!

