• Sun. Jan 11th, 2026

WBOn aanaa Liiban Cuqqaalaa keessatti diina irratti tarkaanfii fudhachuu beeksise

Jun 18, 2025

ONM-ABO Waxabajjii 17,2025

Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn zoonii Harsadee Waxabajjii 16, 2025 godina Baha Shaggar ganda Warra Jaarsaa keessatti tarkaanfii laaleessaa gooleesitoota waraana koloneel Abiy Ahimed irratti fudhuchuun du’aa fi madoon adabuun injifannoo gonfateera.

Tarkaanfii fudhatame kanaan loltoota diinaa irraa 15 ajjeessuun 8 ammoo madoo cimaan adabeera.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading