Injifannoo WBO Zoonii Lixaa
Har’a Waxabajjii 17, 2025 barii barraaqaan WBOn Zoonii Lixaa godina Lixa Wallaggaa aanaa Najjoo ganda Jaabootti tarkaanfii mooraa waraana faashistii PP irratti fudhateen injifannoo boonsaa galmeessee jira.
Tarkaanfii kanaanis waraana koloneel Abiy Ahimed irraa qawwee AKM 34, shulkeettii 5, Isnaayippera 1 yoo hiikkatu, humna diinaa irraa 40 ol ajjeesuun 20 madeessee 14 harkaan qabee jira.
Injifannoon Uummata Oromoof ❗



