Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

WBOn zoonii kibbaa Cibraan Soddom Booroo diina haleeluun dishqaa irraa hiike

WBOn zoonii kibbaa Cibraan Soddom Booroo diina haleeluun dishqaa irraa hiike.

ONM-ABO Hagayya 26,2022 Godina Gujii bahaa keessatti har’a ganamaan Hagayya 26,2022 gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo zoonii kibba cibraan Soddom Booroo haleellaa aanaa Bulbulii fi Malkaa Gubaa jidduutti humna weerartu Abiy Ahimed irratti baneen dishqaa fi bireena dabalatee meeshaalee waraanaa hedduu irraa hiikkatee jira.

Guutuu gabaasa kanaa akkaataa odeeffannoo arganneen isiniif dhiheessina

Exit mobile version