WAAMICHA OROMUMMAA;
(SQ-Hagayya 29/2022)
Daa’imman kun Roorroo alagaan haadhafi Abbaa dhaban. Ijoolleen kun of jiraachusuuf uumuriin isaani xixiqqoodha. Nama Deggeruullee hinqaban. Harka Lammii isaani eegaa jiru.
1:Ibsaa Bokkee Kumaa
2:Daagim Bokkee Kumaa
3:Fedhesaa Bokkee Kumaa
4:Gammachiis Bokkee Kumaati
Kanaaf, Uummanni Oromoo Keessaaf Alaa Cina haadhabbatu jechuun Jiraatan naannoo sana Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromootti hime.

