Gabaasa tarkaanfii gooticha Waraana Bilisummaa Oromoo.
Gabaasa Arraata Biyyoolessa Oromiyaa kaleessaa!
ONM-ABO Fulbaana 22,2022 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn tarkaanfii laalessaa waraana weerartuu PP irratti fudhatu jabeessee itti fufuun diina du’aa fi madoon adabaa jira.
Abdii fi gaaddisni saba Oromoo WBOn Zoonii Kaabaa godina Walloonaanaa Dawwee Harawaatti Fulbaana 19,2022 ergamtoota PP Poolisoota idilee, humna addaa Amaaraa fi millishoota godinichaac waliin lola iddoo sadiitti geggeesseen gootichi ilma sabaa WBOn injifatnoo boonsaa galmeessera.
Loa iddoo Burqaa,Warsaameettii fi Kaarradaakaatti geggeessameen loltoota PP irraa nama sadii 9 ajjeesuunil nama 7 madeessee injifannoo boonsaa galmeessee jira
Waraana bilxiginnaa konkolaataa 5 Arsii bahaa Aboomsaa irraa ka’anii gara aanaa Boosat magaalaa Boolee deemaa turan odeessaa argachuun WBON ZOONII KIBBAA BAHAA CIBRAAN HAMBAA ANOOLEE BUTTAAN LEENJISOO DIIGAA AANAA MARTII GANDAA LAQICHOO IDDOO ADDA JAJJABA JEDHAMUTTI HALKAAN KALEESSAA SA’A 5:00 IRRATTI GOOTICHI ONNEE SIBILAA WBON HAXXEE ITTII HIDHUUN KOLKOLAATAA LAMA GUUTUMMAATTI BARBADEESSUUN IMALICHAA FASHALEESSEE 23 AJEESSUUN 12 MADOO TAASISEE JIRA.
Tarkaanfiin Oromiyaa walaboomsuuf fudhatamu itti fufa!
Horaa bulaa deebanaa!
Injifannoon Uummata Oromoof!

