Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Humnoonni Faannoofi Mootummaan Waliin tahuun Dargaggoota Oromoo lama ajjeesan

Humnoonni Faannoofi Mootummaan Waliin tahuun Dargaggoota Oromoo lama ajjeesan.

(SQ-Onkoloolessa 10/2022)

Horroo Guduru Wallagga Aanaa Amuruu ganda Agamsaa keessatti Onkoloolessa 10, 2022 humni finxaaleyyii Amaaraa fi Faannoo ofiin jechuun socho’aan Dargaggoota Oromoo lama ajjeesan. Addisuu Warquu fi Guutamaa Shifarraa jedhamu. Dabalataan qabeenya uummataa hedduu saamtee fudhattee jirti.

Exit mobile version