Namoota haleellaa xiyyaara waraanaa bilxiginnaa diroonii jedhamuun kaleessa Sadaasa 9, 2022 godina Lixa Wallaggaa ona Mana Sibuu magaalaa Mandii keessatti rukutamuun ajjeefamanii fi madaa’an keessaa kan maqaa arganne:
ONM-ABO Sadaasa 10,2022
Kanneen du’an
- Taarikuu Waannaa
- Hirpha Lammii
- Obsii Malkaa
- Dansaa Darajjee
- Kee’ol Tolasaa
- Tolii Lijaalem
- Ifee Malaakuu
- Hordofaa
- Yoonas Obsii
10.Gammachiis Hambisaa - Taarikuu Dabalaa
- Waaqshumaa
- Daani’el Dansaa
- Solomoon
- Maatiyoos Waaqtol
- Abbaa Ga’ii
- Bal’inaa Dabalaa 50 Guýyoo Xayibaa
Kanneen madaa’an
- Habtaamuu Tarrafaa
- Waggaarii Qananii
- Waaqalaa
- Leencoo Margaa
- Maariyaam Ayyalee
- Yoonee Malkaa
- Warquu Sirriqaa
- Gammee
- Eliyaas
- Gammachiis Irraandhufaa
- Naa’ol Dastaa
- Baacaa Jireenyaa
- Waggaarii
Maatii tokko keessaa obbolaan lama keessa jiru. Maqaa warreen hafanii akkaataa adda baafanneen isiniif maxxansina.

