• Sun. Mar 15th, 2026

Namoota haleellaa xiyyaara waraanaa bilxiginnaa diroonii jedhamuun kaleessa Sadaasa 9, 2022 godina Lixa Wallaggaa ona Mana Sibuu magaalaa Mandii keessatti rukutamuun ajjeefamanii fi madaa’an keessaa kan maqaa arganne

Nov 10, 2022

Namoota haleellaa xiyyaara waraanaa bilxiginnaa diroonii jedhamuun kaleessa Sadaasa 9, 2022 godina Lixa Wallaggaa ona Mana Sibuu magaalaa Mandii keessatti rukutamuun ajjeefamanii fi madaa’an keessaa kan maqaa arganne:

ONM-ABO Sadaasa 10,2022

Kanneen du’an

  1. Taarikuu Waannaa
  2. Hirpha Lammii
  3. Obsii Malkaa
  4. Dansaa Darajjee
  5. Kee’ol Tolasaa
  6. Tolii Lijaalem
  7. Ifee Malaakuu
  8. Hordofaa
  9. Yoonas Obsii
    10.Gammachiis Hambisaa
  10. Taarikuu Dabalaa
  11. Waaqshumaa
  12. Daani’el Dansaa
  13. Solomoon
  14. Maatiyoos Waaqtol
  15. Abbaa Ga’ii
  16. Bal’inaa Dabalaa 50 Guýyoo Xayibaa

Kanneen madaa’an

  1. Habtaamuu Tarrafaa
  2. Waggaarii Qananii
  3. Waaqalaa
  4. Leencoo Margaa
  5. Maariyaam Ayyalee
  6. Yoonee Malkaa
  7. Warquu Sirriqaa
  8. Gammee
  9. Eliyaas
  10. Gammachiis Irraandhufaa
  11. Naa’ol Dastaa
  12. Baacaa Jireenyaa
  13. Waggaarii

Maatii tokko keessaa obbolaan lama keessa jiru. Maqaa warreen hafanii akkaataa adda baafanneen isiniif maxxansina.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading