WBOn Lixa Harargee ona Cirootti diina du’aa madoon adabe.
ONM-ABO 29 Muddee 2022 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn zoonii bahaa duula waraanaa murni bilxiginnaa irratti geggeessaa jiru qolachuun injifannoo galmeessaa jira.
Akka kanaanis irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn godina Lixa Harargee aanàa Ciroo Gaara Jallootti lola guyyaa kaleessaa 28/2022 waraana faashistii Abiy Ahimed irratti taasiseen battalatti 10 ajjeesuun 14 madeessee jira.
Injifannoon Uummata Oromoof!

