Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Warraaqsi Oromoo Baraaruu bifa haaraan kibba baha Oromiyaatti dhohe

Warraaqsi Oromoo Baraaruu bifa haaraan kibba baha Oromiyaatti dhohe.

ONM-ABO 5 Muddee 2023 Warraaqsi Oromoo bararuu bifa haaraan kibba baha Oromiyaa godina Arsii lixaa fi Baalee lixaa aanota garaagaraa keessatti har’a Amajjii 5,2023 Warraaqsi Oromoo Bararuu deebi’ee dho’uun qeerroo fi hawaasni daandii cufee jira.
Daandiiwwan cufamanii jiran
1.Arsii lixaa anaa Dodolaa magalaa Dodola

  1. Aanaa Dodolaa magalaa Heeraroo
  2. Aanaa Dodolaa Mandara Bariisaa
  3. Aanaa Dodolaa Mandara Baaqaa
  4. Aanaa Dodolaa Buraa Adellee
  5. Aanaa Dodolaa Kattaa Barnadaa
  6. Aanaa Dodolaa Waabee Burqituu
  7. Aanaa Dodolaa Mandara Gannataa
  8. Aanaa Dodolaa magalaa Eddo’ii
  9. Aanaa Adabbaa ganda Caataa
  10. Aanaa Adabbaa Hunxee Haroo
  11. Aanaa Adabbaa Gaara -Diilloo
  12. Aanaa Adabbaa Laajoo Burbiisaa
  13. Aanaa Adabbaa Washaa
  14. Aanaa Gadab Asaasaa Xameelaa
  15. Aanaa Gadab Asaasaa Roobee Garjeedaa
  16. Godinaa Baalee lixaa ganda Maqalaa
  17. Aanaa Dodolaa Buraa Adeellee
  18. Aanaa Adaabbaa magalaa Haqoo
  19. Aanaa Adaabbaa Hunxee Aloolaa keessatti daandii ugguramuun duula warraaqsa Oromoo bararuutti hirmaataniiru.

Kanaa waan ta’eef godinale Oromiyaa fi aanaaleen Oromiyaa keessa jiru martii warraaqsa Oromoo bararuu kanatti tokkummaa fi qindoominaan hirmaachuu qabu jechuun Qeerroowwan Bilisummaa Oromoo kibba baha Oromiyaa waamicha taasisanii jiru.

WarraaqsaOromooBararuu

Exit mobile version