Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn zoonii bahaa godina lixa Harargee aanaa Mi’eessoo araddaa Ittisa Roorroo keessatti har’a barii sa’a 11:00 kaasee hanga sa’a 1:00tti tarkaanfii laalessaa waraana weerartuu biltsiginnaa irratti fudhatee

ONM-ABO 5 Guraandhala 2023 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn zoonii bahaa godina lixa Harargee aanaa Mi’eessoo araddaa Ittisa Roorroo keessatti har’a barii sa’a 11:00 kaasee hanga sa’a 1:00tti tarkaanfii laalessaa waraana weerartuu biltsiginnaa irratti fudhateen hedduu ajjeesuun gariin madeesseera.

Guutuu gabaasa isaa isiniif dhiyeessina.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Exit mobile version