ONM-ABO Fuulbana 23, 2024
Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti fudhatu itti fufuun Zoonii Bahaatti diina adabe.
Haaluma kanaan har’a Fulbaana 23, 2024 gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo godina Lixa Harargee aanaa Mi’eesso araddaa Gorboo keessatti tarkaanfii laalessaa diinarratti fudhateen battalatti loltoota diinaa 6 ajjeesee saddeet madeessuu beeksiseera.
Gara meeshaatiin qawwee kudhan AKM 6 fi boodatti hafaa 4 irraa hiikuun mooraa qabsoo bilisummaa Oromoof galii taasisee jira.
Injifannoo Uummata Oromoof ❗

