ONM-ABO Ebla 22, 2024 Irree fi abdiin Oromootaa kan ta’e gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo tarkaanfii jajjabaa waraana faashistii PP irratti fudhatu jabeessee itti fufee jira.
Akka kanaanis jajjabeen Zoonii Bahaa keessa socho’u godina Lixa Harargee aanaa Gumbii Bordoddee magaalaa Kombolchaa keessatti Ebla 20,2024 halkan itti seenuun tarkaanfii laalessaa diina irratti fudhateen lama battaluma yoo ajjeesu 3 ammoo madoo dandammii hin qabneen adabeera.
Injifannoon Uummata Oromoof❗️

