• Sat. Mar 14th, 2026

WBOn godina Lixa Harargee aanaa Gumbii Bordoddee keessatti diina du’aa fi madoon adabe

Apr 23, 2024

ONM-ABO Ebla 22, 2024 Irree fi abdiin Oromootaa kan ta’e gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo tarkaanfii jajjabaa waraana faashistii PP irratti fudhatu jabeessee itti fufee jira.

Akka kanaanis jajjabeen Zoonii Bahaa keessa socho’u godina Lixa Harargee aanaa Gumbii Bordoddee magaalaa Kombolchaa keessatti Ebla 20,2024 halkan itti seenuun tarkaanfii laalessaa diina irratti fudhateen lama battaluma yoo ajjeesu 3 ammoo madoo dandammii hin qabneen adabeera.

Injifannoon Uummata Oromoof❗️

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading