Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Giddu Galeessa Oromiyaa Aanaa Tokkee Kutaayee Magaalaa Moogor keessaatti Waraanni mootummaa Dargaggoo tokko rasaasaan ajjeesan

SQ- Sadaasa 2/2023

Wixata Galgala sa’aa 1:30 Dargaggoo Eliyaas Milkeessaa waraanni Mootummaa yakka tokko malee ajjeesan.

Eeliyaas Dhalataa aanaa Tokkee Kuttaayee Bakka addaa Kobaa jedhamuutti kan dhalatee yoo tahuu, Yeroo amma Magaalaa Moogor utuu jiraatu Yakka tokko malee Waraana Mootummaan ajjeefame.

Exit mobile version