Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

WBOn godina Lixa Harargee aanaa Hancaar keessatti tarkaanfii fudhate

ONM-ABO Muddee 24, 2023

Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn tarkaanfii laalessaa fudhachuu itti fufuun humna faashistii PP godina Lixa Harargee aanaa Hancaar keessatti diina du’aa fi madoon adabee jira.

Kaleessa Muddee 23, 2023 aanaa Hancaar araddaa 10 keessatti Waraanni Bilisummaa Oromoo waraana maafi’aa Abiy Ahimed sakattaaf bobbate irratti tarkaanfii fudhateen battalatti 4 irraa ajjeesee 7 madeesseera.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Exit mobile version