ONM-ABO Amajjii 8,2024
Jarmanitti qonnaan bulaan deggersa godhamutu nu irraa xiqqaate jedhee mormii yeroo agarsiisuu, qonnaan bulaan Oromoo garuu impaayera Itoophiyaa keessatti xaa’oo fi sanyii filatamaa maallaqa isaatiin bitachuu dhabee, waan naaf fidaa nan bitadhaa jedheef ergamtoota Waraana Bilisummaa Oromoo jedhamuun ni reebame, ni hidhame akkasumas ni ajjeefame.

