Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

WBOn godina Gujii Lixaa aanaa Galaanaa keessatti diina adabe

ONM-ABO Amajjii 22, 2024

Waraanni Bilisummaa Oromoo WBOn zoonii kibbaa konyaa Gujii Lixaa aanaa Galaanaa ganda Hirgaansaatti  waraana biltsiginna uummata nagaa saamaa fi burjaajeessa deemuu irratti tarkaanfii ganama kana Amajjii 22 sa’aa 12:00  irratti fudhateen lotoota Abiy Ahimed 15 battalumatti ajjeesuun ja’a madoon adabeera.

Gama meeshaatin qawwee AKM 10, irraa hiikuun galii qabsoo bilisummaa uummata Oroomof olccheera.

Loltoota du’an keessa tikni bilxiginnaa aanaa  Galaanaa 2 keessatti akka argaman barameera.

Tarkaanfii WBOn fudhatu jabaatee itti fufa!

Injifannoon Uummata Oromoof!

Exit mobile version