ONM-ABO Amajjii 22, 2024
Waraanni Bilisummaa Oromoo WBOn zoonii kibbaa konyaa Gujii Lixaa aanaa Galaanaa ganda Hirgaansaatti waraana biltsiginna uummata nagaa saamaa fi burjaajeessa deemuu irratti tarkaanfii ganama kana Amajjii 22 sa’aa 12:00 irratti fudhateen lotoota Abiy Ahimed 15 battalumatti ajjeesuun ja’a madoon adabeera.
Gama meeshaatin qawwee AKM 10, irraa hiikuun galii qabsoo bilisummaa uummata Oroomof olccheera.
Loltoota du’an keessa tikni bilxiginnaa aanaa Galaanaa 2 keessatti akka argaman barameera.
Tarkaanfii WBOn fudhatu jabaatee itti fufa!
Injifannoon Uummata Oromoof!


