ONM-ABO Guraandhala 7, 2024
Waraanni faashistii PP karoora uummata Oromoo lolu jabeessuun har’a ganama godina Lixa Shaggar aanaa Jibaat keessatti marsaa 2 haleellaa diroonii kan taasise yoo ta’u, waraana lafoonis qe’ee qonnaan bultootaa irratti moortara dhukaasa jira.
Sababa kanaanis namootni qe’ee isaanii gadhiisanii baqachaa jiru.

