• Mon. Jan 12th, 2026

Waraanni faashistii PP karoora uummata Oromoo lolu jabeessuun har’a ganama godina Lixa Shaggar aanaa Jibaat keessatti marsaa 2 haleellaa diroonii taasise

Feb 7, 2024

ONM-ABO Guraandhala 7, 2024

Waraanni faashistii PP karoora uummata Oromoo lolu jabeessuun har’a ganama godina Lixa Shaggar aanaa Jibaat keessatti marsaa 2 haleellaa diroonii kan taasise yoo ta’u, waraana lafoonis qe’ee qonnaan bultootaa irratti moortara dhukaasa jira.

Sababa kanaanis namootni qe’ee isaanii gadhiisanii baqachaa jiru.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading