Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

WBOn Lixa Wallaggaa aanaa Noolee Kaabbaa keessatti diina du’aa fi madoon adabe

DuulaGumaaDhiigaaDhiigaanDeebisuu

ONM-ABO Ebla 16, 2024

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo kaleessa Ebla 15 godina Lixa Wallaggaa aanaa Noolee Kaabbaa ganda Shimala Iluu iddoo addaa Bishaan Madaallee jedhamutti tarkaanfii laalessaa waraana maafi’aa PP irratti fudhateen 6 ajjeesuun  8 madoon adabeera.

Birgeediin Odaa Kaarraas guyyuma kana iddoo addaa addaatti tarkaanfii fudhateera.   Aanaalee kana keessaa Boojjii Cqorsaa ganda Sibuu Eebichaa iddoo addaa Limaayittiitti diina hedduu du’aa fi madoon adabeera.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Exit mobile version