ONM-ABO Ebla 15, 2024
Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo godina Lixa Wallaggaa aanaa Sayyoo Noolee ganda Biqiltuu Diggoo jedhamtutti har’a Ebla 15 waraana murna PP irratti tarkaanfii fudhachuun hedduu du’aa fi madoon adabeera.
Biraanuu Juulaa WBOn humna loluu irra hin jiru jedhus irree fi gachaanni saba waraana faashistii lolee booji’aa fi irraa hiikaa jira.
Injifannoon Uummata Oromoof!

