• Fri. Jan 9th, 2026

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo godina Lixa Wallaggaa aanaa Sayyoo Noolee ganda Biqiltuu Diggoo jedhamtutti har’a Ebla 15 waraana murna PP irratti tarkaanfii fudhachuun hedduu du’aa fi madoon adabeera

Apr 15, 2024

ONM-ABO Ebla 15, 2024

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo godina Lixa Wallaggaa aanaa Sayyoo Noolee ganda Biqiltuu Diggoo jedhamtutti har’a Ebla 15 waraana murna PP irratti tarkaanfii fudhachuun hedduu du’aa fi madoon adabeera.

Biraanuu Juulaa WBOn humna loluu irra hin jiru jedhus irree fi gachaanni saba waraana faashistii lolee booji’aa fi irraa hiikaa jira.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading