ONM-ABO Waxabaajjii 19, 2024
Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo tarkaanfii laalessaa Bobbaa Irbuu Shinniggaan fudhatu jabeessee itti fufee jira.
Haaluma kanaan har’a Waxabajjii 19 korommiiwwan Kibba Baha Oromiyaa WBOn godina Arsii bahaa aanaa Muneessaa ganda Heeban Dhubboo keessatti waraana faashistii PP irratti tarkaanfii laalessaa fudhateen loltoota 4 battalatti ajjeessee 6 madoo gochuun sagantaa ishee fashaleessee jira.
Bobbaan_Irbuu_Shinniggaa itti fufa❗️
Injifannoon Uummata Oromoof ❗️

