• Sun. Mar 15th, 2026

WBOn Zoonii Kibba Bahaa Aanaa Muneessaa keessatti diina du’aa fi madoon adabe

Jun 20, 2024

ONM-ABO Waxabaajjii 19, 2024

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo tarkaanfii laalessaa Bobbaa Irbuu Shinniggaan fudhatu jabeessee itti fufee jira.

Haaluma kanaan har’a Waxabajjii 19 korommiiwwan Kibba Baha Oromiyaa WBOn godina Arsii bahaa aanaa Muneessaa ganda Heeban Dhubboo keessatti waraana faashistii PP irratti tarkaanfii laalessaa fudhateen loltoota 4 battalatti ajjeessee 6 madoo gochuun sagantaa ishee fashaleessee jira.

Bobbaan_Irbuu_Shinniggaa itti fufa❗️

Injifannoon Uummata Oromoof ❗️

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading