ONM-ABO Waxabajjii 20, 2024
Lola WBOn Zoonii Lixaa Birgeediin Murtoo Guutoo Baha Wallaggaa aanaa Gobbuu Sayyoo ganda Giishee keessatti ganama kana waraana faashistii PP irratti taasiseen qawwee AKM 10 dugda irraa hiikuun waraana bilxiginnaa 2 booji’ee jira.

