ONM-ABO Adoolessa 15, 2024
Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Giddu Galeessaa guyyaa har’aa Adoolessa 15 godina Kaaba Shaggar aanaa Hidhabuu Abootee ganda Yaayyaa Halangoo keessatti waarana PP paatiroolii tokko irratti tarkaanfii laalessaa fudhateen dhabamaa taasisuun injifannoo boonsaa galmeessee jira.
Injifannoon Uummata Oromoof ❗

