• Sun. Mar 15th, 2026

WBOn Kaaba Shaggar aanaa Hidhabuu Abooteetti waraana faashistii PP irratti tarkaanfii fudhate

Jul 15, 2024

ONM-ABO Adoolessa 15, 2024

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Giddu Galeessaa guyyaa har’aa Adoolessa 15 godina Kaaba Shaggar aanaa Hidhabuu Abootee ganda Yaayyaa Halangoo keessatti waarana PP paatiroolii tokko irratti tarkaanfii laalessaa fudhateen dhabamaa taasisuun injifannoo boonsaa galmeessee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading