Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

WBOn Godina Arsii Bahaa aanaa Siree keessatti diina du’aa fi madoon adabee 3 booji’uu beeksise

ONM-ABO Onkololeessa 12, 2024

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo WBOn Zoonii Kibba Bahaa Cibraan Hambaa Aanoolee diinaa maqaa sakkattaa WBO jedhuun bobbaate tarkaanfii haxxee fi mooraa isheetti itti seenuun fudhateen aanicha raasaa ooleera.

Haaluma kanaan har’a Onkolooleessa 12, 2024 irree fi gachaanni sabaa WBOn godina Arsii Bahaa aanaa Siree ganda Biiqqaa keessatti cichitoonni kaayyoo haqaa haleellaa waraana faashistii PP irratti taasiseen battalatti 8 irraa ajjeesuun 5 madeessee 3 hidhannoo guutuu waliin booji’uun moonaa qabsoo bilisummaa Oromoof galii godhee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Exit mobile version