Site icon Qeerroo Bilisummaa Oromoo

WBOn Gujii Lixaa keessatti diina adabuu itti fufe

ONM-ABO Onkoloolessa 26, 2024

Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti fudhatu itti fufuun Onkoloolessa 24 fi 25 godina Gujii Lixaa aanaa Abbayyaa gandoota heddu keessatti lukkele diinaa hedduu du’aa fi madoon adabuun qawwee AKM afur irraa hiikee galii moonaa qabsoo bilisummaa Oromoof galii taasisee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Exit mobile version