ONM-ABO Onkoloolessa 26, 2024
Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti fudhatu itti fufuun Onkoloolessa 24 fi 25 godina Gujii Lixaa aanaa Abbayyaa gandoota heddu keessatti lukkele diinaa hedduu du’aa fi madoon adabuun qawwee AKM afur irraa hiikee galii moonaa qabsoo bilisummaa Oromoof galii taasisee jira.
Injifannoon Uummata Oromoof ❗
